Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi Ministeeraa kaayyoon loltoota torbee darbe gara Masaraa mootummaa dhufanii jijjiirama biyyattii keessatti dhufe gufachiisuu ture jedhe
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa har’aa mana maree bakka bu’oota Ummataatti argamuun, baniinsa Paarlaamaa irratti kallattii mootummaa Ityoophiyaa ilaalchisee…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan dhabamuu Gaazexeessaa Sa’uudii ilaalchisee qorannoo geggeessaa turte dhiheenyatti kan ibsitu tahuu beeksifte
Ministeerri Haqaa Turkiyaa akka jedhetti, dhabamuu Jamaal Khaashoqjiitiin walqabatee qorannoo bal’aa tahe akka geggeessee ibsuun bu’aa qorannoo kanaa yeroo gabaabaa…
Guutuu Dubbisi » -

Raashiyaa Kutaa Kireeymiyaa keessatti haleellaa Kolleejjii tokko keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 18 ajjeefaman
Qondaaltonni Raashiyaa akka jedhanitti, barataan Kolleejjii teeknikaa tokko hiriyyoota isaa irratti boombii eega dhoosee booda, gamoo kolleejjichaa keessatti dhokatee dhukaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el haleellaa Gaazaa keessatti raawwatteen nama tokko ajjeesuun namoota saddeet ammoo madeessite
Xiyyaaronni waraana Israa’el ganama hardhaa haleellaa Gaazaa keessatti raawwatan kanaan, namoota madaayan saddeet jidduu jaha daa’imman gara mana barnootaa deemaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeeronni Haajaa Alaa Ityoophiyaa fi Eertiraa Somaaliyaa seenan
Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa Dr. Warqineh Gabayyoo fi gitni isaa ministeerri haajaa alaa Eertiraa Mr Usmaan Saalah Muhammad Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Tajaajilli YouTube Sa’aa 1 oliif Addaan cite
Tajaajilli Youtube kan Sa’aa 1 oliif addaan citee ture amma deebi’ee dalagaa eegalee jira. YouTube dhaabbata guddaa kaampaanii Google jalatti…
Guutuu Dubbisi » -

Yakki Jibbiinsaa Muslimoota irratti xiyyeeffate Briteen keessatti babal’ataa dhufuu gabaafame
Yakka jibbiinsaa Briteen keessatti raawwatamu jidduu 50% ol Muslimoota irratti kan xiyyeefate tahuu gabaasni guyyaa har’aa Ministeera dhimma biyya keessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama Kaabinee haaraya muummichi Ministeeraa dhiheesse raggaasise
Paarlaamaan Walgahii Idilee 2ffaa kanaan, wixinee labsii Taayitaa hujii raawwachiistuu mootummaa Federaalaa murteessuuf irra deebiin bahe irratti mari’atuun raggaasisee jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walgahii Idilee geggeessaa jira
Paarlaamaan walgahii idilee 2ffaa har’a geggeessa jiru kanaan labsii taayitaa qaama raawwachiistuu mootummaa murteessu irratti mari’ataa jira. Haaluma kanaan yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin qaama kamiinuu qoqqobbiin yoo irra kaayame kan haloo baatu tahuu akeekkachiifte
Dhabamuu Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjiitiin wal qabatee, Sa’uudiin ibsa gahaa tahe akka kennituuf biyyoota gara garaa irraa dhiibbaan cimaan irratti godhamaa…
Guutuu Dubbisi »










