Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-
Sudaan diplomaatonni UAE biyyaa akka bahan ajajje
Ministeerri dhimma alaa Sudaan akka beeksisetti diplomaatonni UAE 15 ta’an saa’aa 48 keessatti biyya akka gad lakkisanii bahan ajajeera. Akka…
Guutuu Dubbisi » -
Haleellaan walirraa hin cinnee Gazzaa irratti geggeeffamaa jira
Halkan kaleessaa Falasxiinota Gazzaa keessa jiraataniif, keessattuu jiraattota Khaan Yuunis fi Magaalaa Raafaatiif halkan akkaan ulfaataa ture jedha gabaasni Aljaziiraa.…
Guutuu Dubbisi » -
Jama’aan Gaaddisa Islaamaa Sheikh Muhammad Waadootiif badhaasa gumaache
Gaaddisni Islaamaa jaarmaya biyya Keniyaa Magaalaa Naayiroobii keessatti jaaramee yeroo dheeraaf hawaasa Muslima Oromoo tajaajilaa jiru yoo tahu, yeroo heddu…
Guutuu Dubbisi » -
Haleellaan Gazzaa irratti raawwatamu irra deebiin jalqabame
Waraanni Israa’el akkuma dhaadatetti haleellaa Gazzaa irratti raawwataa ture, boqonnaa guyyootaatiin booda itti deebi’eera. Akka dubbii himaan waraana Israa’el jedhetti,…
Guutuu Dubbisi » -
Soora Qalbii, Raadiyoo Nuuralhudaa 833, November 27, 2023
RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 833ffaa November 27, 2023 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ Dhaddacha Jaalalaa 193 Tafakkur Tana Quba…
Guutuu Dubbisi » -
Gareen lachuu yeroo boqonnaa kana dheeressuu fedha qabu
Walii galteen waraana yeroof dhaabuu Hamaas fi Israa’el jiddutti godhame harra goolabama. Haa ta’u malee gareen lachuu yeroo boqonnaa kana…
Guutuu Dubbisi » -
Hamaas fi Israa’el Guyyaa afuriif waraana dhaabuuf walii galan
Haleellaa fi wal waraansa guyyoota 47tiin booda Hamaas fi Israa’el waraana guyyoota muraasaaf dhaabuuf walii galaniiru. Jaarsummaa Qaxar fi Masriin…
Guutuu Dubbisi » -
Yeroofis taatu Gazzaa irraa waraanni dhaabbachuu danda’a
Jaarsummaa Qaxariin kan taasifamaa jiru walii galteen waraana dhaabuu yeroofis taatu dalagaa irra ooluu akka danda’u himameera. Guyyaa harraatis walii…
Guutuu Dubbisi » -
Mana baruumsaa keessatti Falasxiinonni 50 ajjeefaman
Israa’el haleellaa harra gara barii ganamaatti raawwatteen yoo xiqqaate falasxiinota 50 ta’an mana baruumsaa keessatti ajjeefteerti. Haleellaan harra ganamaa kun…
Guutuu Dubbisi » -
Ajjeechaan Falasxiin irratti raawwatamu itti fufeera
Mootummaan Israa’el Gazzaa irraa waan hunda addaan kutee jira. Tajaajilli telefoonaa bakka hedduu hin jiru. Ministeerri fayyaa biyyattii odeeffannoo barbaadu…
Guutuu Dubbisi »