Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Balaa Konkolaataa aanaa Mooyyalee ganda Bokkoolaatti mudateen lubbuun nama 3 dabruu fi namoonni 40 ol miidhamuu gabaafame
Konkolaataan uummata naannoo Kibbaa Konsoo irraa gara Mooyyaleetti imalaa ture, aanaa Mooyyalee ganda Bokkoolaatti ganama arraa naannawa sa’aa 4:00 gargaluun,…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan Waajjiraalee Mootummaa Turkiyaa lama irra qoqqobbii keette
Ameerikaan waajjiraalee mootummaa Turkiyaa lamaa fi qondaaltota ol’aanoo biyyattii sadi irra qoqqobbii kan keette yoo tahu, sababni qoqqobbii kanaa Turkiyaan…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Aanaa Addaa Kontaatti sigiga lafaa uumameen lubbuun nama 18 dabruu gabaafame
Rooba cimaa halkan edaa Roobe hordofuun balaa sigiga lafaa uumameen hanga ammatti lubbuun nama 18 ol dabruu odeeyfannoon ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi » -

Qondaaltota Naannoo Amaaraa yaalii fonqolcha mootummaatiin shakkamanii hidhaman jidduu sadi wabiin akka lakkifaman murtaahe
Waxabajjii 15/2011 yaalii fonqolcha mootummaa bulchiinsa naannoo Amaaraa irratti geggeeffameen, Prezdaantii naannichaa dabalatee qondaaltonni nannichaa fi hoggantoonni raayyaa ittisa biyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr.Abiy Ahmad Suudaan Kibbaa seene
Jilli Gamtaa Biyyoota Baha Afrikaa muummicha ministeeraa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu ganama har’aa magaalaa Jubaa kan seene yoo tahu, Prezdaant Salvaakiir…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Paakistaan, Iiraan fi Sa’uudii jiddutti marii jalqabsiisuuf sochii jalqabe
Muummichi ministeera Paakistaan Imraan Khan har’a gara Iiraan kan imale yoo tahu, wal dhabbii Sa’uudii fi Iiraan jiddutti hammaataa dhufe…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Tuniiziyaa filannoo prezdaantummaa irra deebiin geggeeffameef Alhada har’aa sagalee kennan
Tuniiziyaan Prezdaant Sa’id Beejii kan yeroo jalqabatiif karaa dimokraatawaa taheen filatamee ture, kan July dabre amrii ta’e bakka buusuudhaaf, ji’a…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad fi Prezdaant Abdulfattaah Al-siisii dhimma laga Abbaay irratti Ruusiyaa keessatti waliin mari’achuuf akka tahe gabaafame
Prezdaant Abdulfattaah Al-Siisii fi Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa bilbilaan kan mari’atan yoo tahu, Prezdaant Al-Siisiin injifannoo badhaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan haleellaa Jum’aa kaleessaa Markaba isii irratti raawwatameef haloo kan baafattu tahuu beeksiste
Dhaabbanni Markaba Iiraan, Markabni isaa Sabiti jedhamtu boba’aa fe’attee Galaana Diimaa irra osoo imalaa jirtu, Jum’aa kaleessaa rokkeetii lamaan qarqara…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Jaappaan hobomboleettii hamaa magaala Tookiyootti dhihaate hordofuun, ummanni miiliyona jaha tahu akka jalaa baqatu akeekkachiise
Robaa cimaa bubbee makatee naannawa magaalaa Tookiyoo keessatti roobaa jiru hordofuun, sigiga lafaa fi lolaa uumameen lubbuun namaa fi qabeenyi…
Guutuu Dubbisi »










