Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibsiisoo tahan
-
Al Nakbaa (Gaaga’ama)
Badii addunyaan argitee akka waan hin arginee irraa dunuunfatte. Ta gurraan haalaan dhageessee akka waan hin dhageenyee gurra iraa duuchite.…
Guutuu Dubbisi » -
Bosona Amaazoon
Ilmi namaa waan magariisa haalaan jaalata. Qorannoowwan hedduun akka mul’isanitti cuquliisatti aanuun sadarkaa lammaffaarratti kan ilma namaatiin jaalatamu halluu magariisa.…
Guutuu Dubbisi » -
Biyyoota Bultii yookaan gaa’ela diiguu seeraan dhoorkan
Bultii ijaaruun wantoota jaalatamoo keessaa isa ijoodha. Haawaasa addunyaa hunda biratti bultii jaarratanii ilmaan horanii jiraachuun waan jajjabeeffamu. Faallaa kanaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensota harkifatoo (Suutumee)
Rabbiin (SW) uumama dachii tanarra jiru bifa garagaraatiin uume. Uumamni hundi kennama Addaa kenname. Uumama garii bifaan bareechee uume, garii…
Guutuu Dubbisi » -
Ajaa’iba Baruumsaan Wal Qabatu
Barnootni bu’uura waa hundaati. Namni barate waan dalagu beeka. Barumsi hawaasa tokko qaree qaroomsuu dandaya. Hiyyummaa keessaa baasee duroomsa. Doofummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ajaa’iba Du’aan Wal Qabatu
Tan namuu irraa hin oolle. Tan dheessanii jalaa hin baane. Dureessa jettee tan nama hin sodaanne. Hiyyeessa jettee tan namaa…
Guutuu Dubbisi » -
Seerota Dinqisiisoo
Namni Addunyaa tana keessa deddeeme waa heddu arga. Biyyoonni hundi seera mataa isaanii tumatanii ittiin wal bulchu. Seerri biyyoota garii…
Guutuu Dubbisi » -
Buutaan- Biyya Aadaa Ajaa’ibaa Qabdu
Biyyi hundi waan ittiin beekamtu qabdi. Biyyoonni hundi aadaafii duudhaa garagaraa kan adda isaan godhu qabu. Biyyoonni gariin waan gaggaarii…
Guutuu Dubbisi » -
Ajaa’iba Hirriibaa
Ilmi namaa uumama hir’ina qabuudha. Qaama dadhabu kenname. Jireenya isaa tolfachuuf hojjachuun dirqama isaati. Namni hojjatu ammoo ni dadhaba. Namni…
Guutuu Dubbisi » -
Balaa Makiinaa
Teknolojii addunyaan tun argattee irraa fayyadamaa jirtu keessaa tokko makiinaadha. Makiinaan ilma namaatiif faaydaa heddu qaba. Makiinaan jalqaba hojjatame kam…
Guutuu Dubbisi »