header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

400: Ajnabii wojjiin haajaadhaaf jedhanii manaa bahuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : jaartii takkatu nama woyii wojji baatee hospitaala dhayxe mustashwaa deemtee edduu kanatti namichi haraama itti dalage

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: manaa bahuu keetiifuu ni gaafatamta hattaa yoo dirqiidhaan isii qabellee yoo humnaan isitti haraama dalagellee nama ajnabiitiin wojjiin manaa bahuudhaaf irraa gaafatamtaa , yoo dhukkubni kankee ammoo dhukkuba du’aa ta’e ambulaansiin jiraa , nama rahiimaa barbaadachuu qabdaa , dawwalachuu qabda malee nama ajanabiitiin wojjiin manaa bahuuni akka malee rakkisaadha kunoo kanaaf fatanaan haganaa nama qabataa jechuudha

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 130

Kanas dubbisi!

405: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?
399: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button