header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

628: Mallaqa biyyaa qaban akkamitti zakaa irraa baasan?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Mallaqan biyyaa qaba. mallaqa kana akkamittin zakaa irraa baasa? Asuma bakka jirutti kennuu dandahaa?

 

 

Deebisaa: Hunda dura mallaqni ati qabdu hisaaba zakaa guutuu isaa beekuu qabda. itti aansuun waggaan tokko irra naannayuu qaba. yoo ulaagaan kun lameen guttame, nama biyyatti mallaqa bira kaayatteef bilbiltee zakaa irraa baasi jechuunii mirga qabda. yoo mallaqni baankii irra jiraatee mallaqa hangam akka tahe beeyte, asumatti mallaqa of biraa qabdurraa baasuu mirga qabda.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

 

Ibsa dabalataa

Zakaan maali? yoo Zakaan maal akka tahe hin beeynee Link kanarraa dubbisi.
Zakaan qabeenya hammam takkarraa baafama? Kanas Link kanarraa dubbisi
Gaafilee Zakaan wal qabatan hunda dubbisuu yoo barbaaddes Link kana bani

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 6
Views: 325

Kanas dubbisi!

673: Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naannahe akkam godhan?
624: Wanti Zakaa dirqama namarratti godhu maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

  1. As wr wb gaffiin kiyyaa akka asii gadii kanaa.
    Namnii ramaadana keessatti eega suhuura goodhe booda jartitti dabalamu ni dandaa’a?
    Akkaasumaas jartiin osoo jannabda hin dhiqattiin nyaata goodhu ni dandeessi.?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button