header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

673: Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naannahe akkam godhan?

  • Home
  • Zakaah
  • 673: Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naannahe akkam godhan?
Estimated reading time: < 1 min

 

Deebisaa: Zakaan akka Arkaana Islaamummaa irraa tahe namuu ni beeka. Kanaafuu namni Muslimaa kan qabeenya zakaan irratti wajjaqu qabu hundi, waggaa waggaan zakaa ofirraa baasuu qaba. Atiis zakaa amata lamaa kan sirra jiru san akkasumatti ofirraa baasi.

 

Fakkeenyaaf yoo mallaqni kee 50,000 tahe, kuma tokkorraa 25 baasta. 50,000 irraa 1250 baasta jechuudha. Haala Kanaan mallaqa 50,000 irraa zakaan waggaa lamaa qarshii 2500 taha jechuudha. Mallaqni kee kuma dhibba ykn miiliyoona tahus, haaluma asii olii Kanaan hisaaba gootee ofirraa baasuu qabda.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 437

Kanas dubbisi!

676: Zakaa obboleessarratti baasuun danda’amaa?
628: Mallaqa biyyaa qaban akkamitti zakaa irraa baasan?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button