og barruu
-
Og-Barruu
Fosaa
Maqaan bineensa kanaa Fosaa (fossa) jedhama. Uumamni kun bineensota lama fakkaata. Guddina qaama isaatiin adurreen walitti dhiheenya qaba. Qoffeen isaa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Flaamingoo
Flaamingoon gosa allaattii keessatti ramadama. Baay’inaanis ardiiwwaan Afriikaa fi Ameerikaa Kibbaa keessatti argama. Naannoo oowwaa Ardii Ameerikaa, Awrooppaa fi Eeshiyaa…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Guchii-allaattii barrisuu hin dandeenye
Guchiin Allaattii guddinaan beekaman keessaa isa tokko. Haalli uumama isaa Rumichaan walitti dhihaata. garuu guddinaan dachaa heddu Rumicha caala. Mormi…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Aadaawwan fofokkatoo
Ummanni addunyaa tanarra jiru aadaa fi duudhaa garagaraa qaba. Aadaan bareedaan sabni tokko itti fayyadamee isa biraatiifis bu’aa qabu heddu…
Guutuu dubbisi... -
Ibaadaa
Yaadannoo/Zikrii Rabbii
Zikriin ibaadaa hojjachuuf salphaa ta’eefi mindaan isaa baay’ee guddaa ta’eedha. Zikrii jechuun qalbiin Rabbiin yaadataa arrabaanis Isa faarsuu dha. Rabbiin…
Guutuu dubbisi... -
Ibaadaa
Wanni ati barbaadde Eysa Jirti beytaa?
Wanni ati barbaadde hundi eysa jirti beytaa? Harka Rabbii keessa jirti. Fuudhaa-heerumni kee, furmaanni waan ati yaadduu, carraan hojiitii fi…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Namni Muslima hin taane hundi ibidda seenaa?
Qophii: Ustaz Abdul Jabbaar Aliyi Tun gaafii namni hedduun gaafatuufi haalaan barbaachiftu. Deebii armaan gaditti dubbifadhaa. Rabbiin Qur’aana Suuraa Aali-Imraan…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Qixa Nabi Muhammad ((SAW)) nama Rabbi abdate lafti tun ba’attee hin beettu
Gaaftokko ergamaan Rabbii faan duula Zaatu-Riqaa’ duuluuf bahan. Osoo deemanii laga Mukkeen qabu tokkotti dhufan. ‘Asitti haa boqannu’ ja’anii yaabbii…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Ergamaa Rabbii Muhammad((SAW)) Qabrii keessaa baasuuf yeroo 4 yaaliin godhamuu quba qabduu?
Qopheessan Ustaaz AbdulJebbaar Aliyyii Ergamaa Rabbii Muhammad((SAW)) Qabrii keessaa baasuuf yeroo 4 yaaliin godhamtee fashalte. 1.Nama Mansuur ibnu Nazzaar ja’amuutu…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Nadaan Aa’ishatti himatte
Kutaa 1ffaa Barreesaan Dr Iyad Quneybii kan Afaan Oromootti kan hiike Abdul Jabbaar Aliyi Nadaan barnoota isii Ameerikatti xumurtee kolleejji…
Guutuu dubbisi...