-
Og-Barruu

Chamois (Shaamiyas)
Bineensi barruu tanaan ilaallu maatii bovidae jedhamu keessatti ramadama. Maatiin Bovidae kun uumama akka hoolaa fi re’ee of keessaa qaba.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Magaalaa Veenis
Magaalonni hundi waan ittiin beekkamanii fi kan magaalaa biraa irraa adda ittiin tahan qaban. Fakkeenyaaf Makkaa haa fudhannu. Makkaan Ka’baa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Puumaa
Puumaan sanyii adurreeti. Maqaa biraa mountain lion jedhamuunis ni beekama. Sanyiiwwan adurree keessaallee, guddina qaamaatiin Leopard, Leencaa fi Jaguar’itti aanee…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Sirna Qaama ilma namaa
Rabbiin (SW) haala uumama ilma namaa yeroo dubbatu, ilma nama haala gaarii irratti isa uumne jedhe. Dhugaadha Rabbiin guddaan haala…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Baankiiwwan Umrii Dheeraa qaban
Baankiin qaroomina ilma namaa keessatti qooda guddaa qaba. Daldaltoonni addunyaa jaarraawwan hedduuf Sirna kanatti fayyadamaa turaniiru. Baankiin Abbaa Baankiiwwan ammayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Kowkaa (Quokka)
Bineensi Kowkaa (Quokka) jedhamee waamamu kun Ardii Awustraaliyaa keessatti kan argamu yoo tahu, bineensota korojoo garaa irraa qaban keessaallee isa…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Dhibee Monkeypox
Monkeypox dhukkuba darbee darbee muldhatu kan Vaayirasii ‘Monkeypox virus’ jedhamuun dhufu dha. Monkeypox virus-n gartuu vaayirasii keessaa isa tokko. Vaayirasiin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Hoomaa Awwaannisaa
Waggoota muraasa asitti biyyi teenya rakkoo jabduu takka mudataa jirti. Weerara Hoomaa Awwaannisa Gammoojjii naannoo tigraay, Amhaaraa fi baha Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Muka Timiraa
Baatii Ramadaanaa dabre keessa muslimni guutuu addunyaa keessa jiraatu hedduun soomana furuudhaaf timiratti dhimma bahaa ture. Kunis dhaamsa Rasuulli (SAW)…
Guutuu Dubbisi »










