Gaachana Islaamaa
-
Namni eega du’ee booda irra deebi’ee dhalataa? Dr. Zaakir Naayik
Gaafattuu: Assalaamu Aleeykum Hundi keessan. Maqaan kiyya Sireeyvatii jedhama. Zaakir an haalaan si dinqisiifadha. Haasawa kee mata duree Islaamummaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Muslimoonni jecha ‘ilma waaqayyoo’ jedhu maaliif fayyadamuu didan?
Gaafattuu: Maqaan kiyya Meeriidha. An Kiristaana. Baankii keessa hojjadha. Gaafiin kiyya haasawa kee irratti hundaawa. Macaafa keessatti bakka takkattillee Iyyesuus…
Guutuu Dubbisi » -
Furmaanni ajjeechaa Muslimoota irratti raawwatamuu maali?
Gaafataa: Assalaamu Aleeykum warri as jirtan hundi. Hundaa olitti, obboleessa kiyya jaalatamaa fi kabajamaa Doktor Zaakir Naayik; Eega ijaan qajeela…
Guutuu Dubbisi » -
Ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan akkamitti wal fuudhanii ilmaan horan?
ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan obboleewwan abbaa tokkooti. akkamitti obboleewwan wal fuudhanii ilmaan wal irraa horan. wanti kun shari'aa Islaamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Kaayyoon kiyya Muslimoota hunda Kiristaana godhuu ture.
Namtichi kun Muslimoota hunda kiristaana godhuuf qorannoo jabduu eegale. saniif ammoo Qur'aana baruun dirqama isaati. eega qor'aana baruu eegalee booda…
Guutuu Dubbisi » -
Mu’jizaan Nabi Muhammad (SAW) hojjate maali? Dr Zaakir Naayik
Gaafataa: Doktor Nagaya siin jechuu barbaada. Akkasumas namoonni asitti walitti qabamtan naganyi isin haa gahu? Maqaan kiyya Amiin Je’ama. Biyya…
Guutuu Dubbisi » -
Maallaqa Ribaa Sadaqatuun dandahamaa? Dr. Zaakir Naayik
Ribaan ykn Dhalli Haraama tahuu namni hedduun hubatee jira. Rabbi(S W) jecha ‘Ribaa’ ja’u Qur’aana keessatti yeroo 8 dubbate. Rabbi…
Guutuu Dubbisi » -
Gaafii: Islaamni maaliif dubartii hijaabaan ukkaamsa? Sheikh Ahmad Diidaat
Gaafattuu: Akka amantii islaamaatti dubartiin uffata qaama isii haguugu uffachuu qabdi jedhama. Kun ammoo kabajaan isii warra dhiiraatiin akka eegamu…
Guutuu Dubbisi » -
Islaamummaan Maaliif Durbii fuudhuu hayyame? Dr. Zaakir Naayik
Gaafataa: Maqaan kiyya Raahol jedhama. ani injinara. gaafi muraasa si gaafachuu barbaade. akka an xiinxallutti amantiin yookan wanti ati hordoftu,…
Guutuu Dubbisi » -
Mu’jizaa Suuratul Yuusuf
Qur’aana Rabbi nuu buuse kana irra deddeebinee osoo xiixallinee wantoota ajaa’ibaa heddu keessaa arganna. Haa ta’u malee hedduun keenya irraa…
Guutuu Dubbisi »