Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-
Nama guyyatti bishaan litira 20 dhugu.
Avreejiidhaan dargageessi tokko guyyatti bishan litira 2 dhuguu qaba. Haa tahu malee hedduun namaa hagas hin dhugu. Namni hedduun bishaan…
Guutuu Dubbisi » -
Qaamni Daa’ima kanaa dhagatti jijjiiramaa jira.
Fayyaan harka Rabbii jirti. Ka fedhe fayyaa guutuun uumee, ka fedhe dhibee hin fayyine wajji uuma. Gariin finniisa fuulatti baheef…
Guutuu Dubbisi » -
Gaafni Bineensa kanaa Dheerina nama hedduu ni caala.
Ardii Afriikaa keessaa uumama gosa hedduu fi lakkoofsaanis heddu qabaachuun naannoon beekkamu, Afriikaa gama bahaa fi Kibbaati. Kanaafuu barruu tanaan…
Guutuu Dubbisi » Osoo Abbaan Murtii hundi akkana tahee dachiin nagaya taate!
Islaamummaa keessatti haqni iddoo guddaa qaba. Haqummaan nama hunda walqixa tajaajiluu jechuudha. Haqa muruun ykn murtii dabarsuun waan mana murtii…
Guutuu Dubbisi »-
Onneen teenya guyyaa tokkotti dhiiga liitira 7200 ta’u geejjibdi
Barruu Mata duree Dhahannaa Onnee jettu dubbistanii jirtuu? yoo dubbisuu baattan LINK kana tuqaa dubbisaa. Qaama ilma namaa keessaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Qur’aana kijibsiisuuf qorannoo godhanii macaafa salphisan
Islaamummaan Amantii guutuudha. Amantiilee addunyaarra jiran keessaa Amantiin waan hundaaf deebisaa quubsaa kennuu danda’u islaamummaa qofa. Sababa kanaaf warri lixaatis…
Guutuu Dubbisi » -
Yoo lubbuun turuu feete soorata kana harkaan hin tuqin!
Sooratni ni’maa Rabbiin ilma namaa badhaase keessaa isa tokko. Mootiin Aalamaa Soorata bifa garagaraatiin uumee dachii keessa nuu facaasee jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Allaattiin kun maaliif dhakaa xixiqqoo soorata?
Uumamni kun Tarkii jedhama. Tarkiin sanyii Allaattii yoo tahu. Allaattiiwwan qaama gurguddaa qaban keessatti ramadama. Allaattiin Kun maaliif akka Maqaa…
Guutuu Dubbisi » Sibiila garaa keessatti irraanfatame
Ilmi namaa ni dogongora. Kun amala ilma namaati. Namni hin dogongorre namaa miti. Dogongorri bakka hunda jira. Gariin haasawarratti dogongoree…
Guutuu Dubbisi »