Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-
Telefoona birrii 400,000tti gurguramaa ture
Addunyaa har’raa keessatti wanti hundi smartphone ykn telephone harkaatiin dalagamutti jira. Smart phone Teknoolojii namni hundi of harkaa qabuu fi…
Guutuu Dubbisi » -
Gaara kanarra guyyuu ni rooba. Tafakkur-Rooba
Roobni rahmata Rabbiin uumama dachii tanarra jiru cufaaf oole keessaa isa tokko. Rooba malee biqiltoonni hin biqilan. Rooba malee laggeen…
Guutuu Dubbisi » -
Harree Bosonaa Beeytuu? Tafakkur-Kiang
Uumamni kun sanyii harreeti. Sanyii harree keessaallee harreediidoo Eeshiyaa jedhamuudhaan beekkama. Qubsumni uumama kanaatis biyyoota gaara Himaaliyaatiin daangeeffaman, kanneen akka…
Guutuu Dubbisi » -
Qilleensi isa malee jiraachuun hin danda’amne kun eessarraa dhufa?
Yeroo namni heddu viidiyoo faaydaa hin qabne daawwataa jiru kanatti, ati ammoo warra waa dubbisuu jalaturraa taatee barruu tana dubbisuu…
Guutuu Dubbisi » -
Magaalaa tana keessatti du’uun dhoorkaadha.
Jiruu fi jireenya ilma namaa keessatti magaalonni faaydaa guddaa qabu. Kanaaf namni iddo garagaraa irraa walitti dhufee magaalaa tolchee waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Allaatti kophaa ofii lafa hektaara 3 irra jiraatu- Grouse
Uumamni kun Giroos jedhama. Giroos handaaqqoo ykn lukkuu nuti horsiifnuun wal fakkaataadha. Sanyiin allaattii kana 18 yoo ta’u, hunduu naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Lafa Baatii 2 Guutuu Aduun Hin Dhiine (Gammoojji Arkitiik)
Jecha gammoojjii jedhu yoo dhageenyu wanti dafee sammuu keenyatti dhufu; lafa cirrachaan guutame, kan oowwa hamaa qabuu fi dachii goggogaadha.…
Guutuu Dubbisi » -
Mana barnoota kanatti “hiyyummaa” jedhanii dubbachuun yakka
Ilma namaa bifa hundaan qaramee, qaroomee bahu oomishuun kaayyoo manneen barnootaati. Biyyi takka guddatuudaaf, hawaasnis badhaadhuf nama baratetti haajaman. Beekumsaa…
Guutuu Dubbisi »