Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-
Bishaan walitti hin makamne
Wanti harkaa qaban, sadarkaa guddaa qabaatus, sadarkaan isaa namatti hin mul’atu. Qur’aanni Kabajamaan Rabbi biraa nuuf buufame, silaa beeynee itti…
Guutuu Dubbisi » -
Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin guddaan nutti…
Guutuu Dubbisi » -
Ardii Antaarkitikaa
Dachiin irra jiraannu tun haalaan guddodha. Dachii tana dhibbeentaan 75 ol bishaaniin uwwifamee jira. Ardiileen gurguddoon ilmi namaa irra jiraatu…
Guutuu Dubbisi » -
African Civet (Sivet) Ykn Xirinyii
Uumamni kun Afriikaa keessatti argama. Afriikaa keessaallee, biyyoota gammoojjii sahaaraa gaditti argaman keessa hedduminaan argama. Sanyiiwwan Civet (xirinyii) Afriikaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Sammuu ilma namaa
Qaamni ilma namaa diizaayina addaatiin uumame. teknoolojii hin dulloomne, kan yeroon irra hin tarre dizaayinii uumamaati. Qaamni ilma namaa akka…
Guutuu Dubbisi » -
Aye Aye
Akkuma beekamu bosona keessa uumama ajaa’ibaa heddutu argama. Bosona Madagaaskar keessattis uumama addaa halkan halkan qofa socho’u tokkotu jira. Eega…
Guutuu Dubbisi » -
Waakarii (Uakari)
Uumamni Sanyiin qamalee jidduu tokko tahe kun Waakaarii jedhamee kan beekamu yoo ta’u, eddon qubsuma isaatis, bosona Ameerikaa kibbaati. Waakaariin…
Guutuu Dubbisi » -
Walrus
Uumamni Walrus (Waalras) jedhamu kun naannoo bishaan qabbanaawaa keessatti argama. Waalras bineensa Siil jedhamuun walitti dhiheenya kan qabu ta’us, uumama…
Guutuu Dubbisi » -
Deemsa Dachii
Wantoota Rabbiin uume kan ilmi namaa bira gahuu dandahe xiinxalliin laallee, dandeeytii Rabbii guddaa tafakurra. Kaayyoon barruu tanaa fi kanneen…
Guutuu Dubbisi » -
Allaattii Paafiin (Puffin)
Paafiin sanyii xiqqoo seabird ykn simbira bishaanii keessatti ramadama. Simbira bishaanii jechuun maal jechuudha jettanii hin ajaa’ibinaa. Simbira bishaan…
Guutuu Dubbisi »