Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-
Ilbiisa Mana Namarratti Diigu
Rirmi lubbu qabeeyyii dachii tanarratti hedduminaan beekaman keessaa isa tokko. Sanyiin isaatis haga 2600 ni caala jedhamee tilmaamama. Rirmi lafa…
Guutuu Dubbisi » -
Uumama akka bubbeetti fiigu
Uumamni kun sanyii Arroolee yoo ta’u, maqaan isaatis Pronghorn (Proon Hoorn) jedhama. Biyyoota Ameerikaa kaabaa keessa sanyii Pronghorn afurtu jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Allaattii akka jaarsaafi jaartiitti waliin jiraatu
Uumamni kun Oospireey jedhama. Oospireey Sanyii Allaattii yoo tahu, maqaa biraa kan ‘culullee Qurxummii’ jedhamuunis ni waamama. Maqaan kunis, heddumminaan…
Guutuu Dubbisi » -
Jaldeessa akkaan qaanfatu
Maandiriil Sanyiiwwan Jaldeessa keessaa isa guddaadha. Namoonni hedduun Sanyii Maandiriil kana sanyii Jaldeessa kan Baboon jedhamuun tokkuma seehu. Haa ta’u…
Guutuu Dubbisi » -
Re’ee bosonaa kan hallayyaa hin sodaanne
Uumamni kun ijaarsa qaamaatiin gadamsa biyya teenyaatiin wal fakkaataadha. Uumamni gadamsa fakkaatu kun, wanta ajaa’ibaa Rabbiin isa badhaase qaba. Maqaan…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensa Baaynaakulaara ijarraa qabu
Bineensi kun Looris jedhama. Sanyiin uumama Looris jedhamuu kun 10 akka jiru kan beekkame yoo ta’u, hunduu biyyoota kibba baha…
Guutuu Dubbisi » -
Wanti kun uumama moo Pilaastika?
Uumamni Rabbii keenyaa lakkaawamee hin dhumu. Inni waan fedhe akka fedhetti haala fedhetti uuma. Wanti inni fakkeenya irraa laallatu hin…
Guutuu Dubbisi » -
Allaattiin tun yeroo garii qurxummii gurguddaa liqimsitee hudhamtee duuti.
Allaattii naannoo bishaanii jiraattu tun Afaan Amaaraatiin “Ye wuha waf /የዉሃ ወá”jedhamti. Afaan Ingiliffaatiin ammoo Heron jedhamuun beekamti. Allaattiin tun…
Guutuu Dubbisi » -
Qurxummii Lukkuu Gaalaanaa jedhamuun beekamu beeytuu?
Qurxummiin Albaakoor jedhamuun beekkamu kun gosa qurxummiilee soorataaf oolan kan Tuna jedhamuun beekkaman keessaa isa tokko. Dabalataanis maqaa ‘lukkuu galaanaa’…
Guutuu Dubbisi » -
Bineensi kun guyyaa walakkaaf soorata malee turraan ni du’a
Bineensi hantuuta fakkaatu kun Shiriiw jedhama. Ardii Awustraaliyaa fi Antaarkitikaa malee, ardiilee hafan hunda keessatti ni argama. Bocni qaama isaa…
Guutuu Dubbisi »