Hajjii fi Umraa
-
Odeeyfannoo
Mootummaan Sa’uudii Hajjiin Baranaa Dhoorkaa Tokko Malee Kan Geggeeffamu Tahuu Beeksise
Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, sirni Hajjii bara 2023 dhorkaalee sababaa Covid-19 woggoota sadan dabran kaahamanii turan hunda kaasuun…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Sirni Hajjii Bara kanaa Namoota Talaallii COVID-19 fudhatan qofaaf kan hayyamamu tahuu ibsame
Ministeerri Fayyaaa Sa’uudii muslimoonni sirna Hajjii bara kanaa irratti hirmaachuuf hawwii qaban, dirqama talaallii COVID-19′ fudhachuun kan isaan irraa eeggamu…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Hajjii bara 2020 irraa maal beekuu barbaaddu?
Utubaalee Islaamaa shanan jidduu tokko Hajjii dha. Nama Muslimaa godhuu dandahu hunda irratti dirqama. Kutaa addunyaa gara garaa irraa Muslimoonni…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Mootummaan Sa’uudii dhimma Hajjii baranaa irratti murtii irra waan hin gahiniif muslimoonni obsaan akka eeggatan gaafate
Utubaa Islaamaa shanan jidduu Hajjii raawwatuun tokko yoo tahu, nama Muslimaa hajjuu dandahu hunda irratti dirqama. Haaluma kanaan dirqama kana…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Jilli Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, Ministeera Hajjii fi Umraa Sa’uUdii waliin mari’atuu gabaafame
Jilli Prezdaantii Majliisaa Muhammad Amiin Jamaaliin durfamu gara Sa’uudii imaluun, hujjaajota Ityoophiyaa ilaalchisee bay’ina hujjaajota, hujjaajonni gara Sa’uudii imaluun dura…
Guutuu dubbisi...