Israa’el
-
Odeeyfannoo
Haleellaan walirraa hin cinnee Gazzaa irratti geggeeffamaa jira
Halkan kaleessaa Falasxiinota Gazzaa keessa jiraataniif, keessattuu jiraattota Khaan Yuunis fi Magaalaa Raafaatiif halkan akkaan ulfaataa ture jedha gabaasni Aljaziiraa.…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Haleellaan Gazzaa irratti raawwatamu irra deebiin jalqabame
Waraanni Israa’el akkuma dhaadatetti haleellaa Gazzaa irratti raawwataa ture, boqonnaa guyyootaatiin booda itti deebi’eera. Akka dubbii himaan waraana Israa’el jedhetti,…
Guutuu dubbisi... -
Og-Barruu
Maatii Waraana Israa’eliin bittinnaa’e
Akkuma Falasxoonota hedduu kan Gazzaa keessa jiraatanii, Roobaa Ziyaaraa fi maatiin isii haleellaa boombii irratti roobsamaa jiru irraa nagaya waaraa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Gareen lachuu yeroo boqonnaa kana dheeressuu fedha qabu
Walii galteen waraana yeroof dhaabuu Hamaas fi Israa’el jiddutti godhame harra goolabama. Haa ta’u malee gareen lachuu yeroo boqonnaa kana…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Hamaas fi Israa’el Guyyaa afuriif waraana dhaabuuf walii galan
Haleellaa fi wal waraansa guyyoota 47tiin booda Hamaas fi Israa’el waraana guyyoota muraasaaf dhaabuuf walii galaniiru. Jaarsummaa Qaxar fi Masriin…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Yeroofis taatu Gazzaa irraa waraanni dhaabbachuu danda’a
Jaarsummaa Qaxariin kan taasifamaa jiru walii galteen waraana dhaabuu yeroofis taatu dalagaa irra ooluu akka danda’u himameera. Guyyaa harraatis walii…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Mana baruumsaa keessatti Falasxiinonni 50 ajjeefaman
Israa’el haleellaa harra gara barii ganamaatti raawwatteen yoo xiqqaate falasxiinota 50 ta’an mana baruumsaa keessatti ajjeefteerti. Haleellaan harra ganamaa kun…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Ajjeechaan Falasxiin irratti raawwatamu itti fufeera
Mootummaan Israa’el Gazzaa irraa waan hunda addaan kutee jira. Tajaajilli telefoonaa bakka hedduu hin jiru. Ministeerri fayyaa biyyattii odeeffannoo barbaadu…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Waraanni Israa’el kibbattis haleellaa hammeessee itti fufeera
Erga waraanni Israa’el haleellaa gara jabinaa Gazzaa irratti raawwatuu jalqaberraa kaasee, ummanni gara kibba Gazzaa baqatuu irratti argama. Mootummaan israa’elis…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Gazzaatti Hospitaalonni lama cufaman, Al Shifaa’ marfameera
Waraanni Israa’el Gazzaa keessatti waan hambisaa jiru hin qabu. Gamooleen jireenyaa haxaawamanii dirree qulqullutti deebifamaa jiru. Masjiidonni Rabbii diigamanii jiru.…
Guutuu dubbisi...