Xiinxala
-
Og-Barruu

Sammuu ilma namaa
Qaamni ilma namaa diizaayina addaatiin uumame. teknoolojii hin dulloomne, kan yeroon irra hin tarre dizaayinii uumamaati. Qaamni ilma namaa akka…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Deemsa Dachii
Wantoota Rabbiin uume kan ilmi namaa bira gahuu dandahe xiinxalliin laallee, dandeeytii Rabbii guddaa tafakurra. Kaayyoon barruu tanaa fi kanneen…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Warra Jireenya Rabbii Ragaan Mirkaneeffachuu Fedhuuf!
Jaarraa dheeraadhaaf ilmi namaa Gooftatti amanaa ture. Haalli itti gabbaran garaagarummaa haa qabaatu malee, namni hundi gooftaa gabbaru qaba. Ummanni…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Amantii Dhugaa
Akkuma bifti namaa gaaraa garummaa qabu, haalaafi amalli namaatis wal dhaba. Amantiifi ideology namaatis adda adda. Namni hundi akka itti…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Uumamaa fi Guddina Ulfaa
Qur’aanni Jecha Rabbii kan Inni Nabiyyii Isaa Muhammad (SAW) Irratti buuse. Rasuulli (SAW) Qur’aana kana qomaan haffazanii, sahaabota isaanii barreessisiisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Ija Ilma Namaa
Rabbiin keenya (Subhaanahu wata’aalaa) tola hedduu nutti oole. Tola inni nuuf oole lakkofnee hin fixnu. Barruu tana keessatti waahee agartuu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Hirriiba
Ilmi namaa jiraachuudhaaf soorata, uffata, mana keeysa qubatu fi waan biroo heddu barbaada. Fedhiin ilma namaa xumura hin qabu. Fedhinnaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Akkaataa Uumama Aananii
Qophii : Abu Ibtisam Rabbiin keenya ilma namaatiif fakkeenya heddu kennee jira. Ilma namaattu qalbii isaa hagoo tanaan waa xiinxalluu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gaara
Nama meeqatu faayidaa gaaraa beeka laata? Gaarreen amala akkamii akka qaban xiinxallinee hubannee jirraa? Deebisaa gaafilee kanneen lamaanii hubatuudhaaf jecha,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Hadiid- Iron- Sibiila
Namni qalbii qabuu fi namni qur’aana kana xiinxallee ilaale dhuguma amantii akkamii Rabbiin nuuf filate jedhee of gaafatuun isaa hin…
Guutuu Dubbisi »









