header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Haadiyaa Magaalaa Bonooshaatti Sagantaan Muhaadaraa  guddaan geggeeffame

Naannoo Sabaa fi sab-lammoota Ummattoota Kibbaa godina Haadiyaa aanaa Shaashoogoo magaalaa Bonooshaatti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame, sagantaan kun dargaggoota fi hawaasa muslimaa magaalichaan kan qophaa’e.

Kaayyoon sagantaa kanaa immoo Masjiida Nusraa kan magaalichaatti ijaaraamuuf dhagaa bu’uuraa ka’uuf yoo ta’u, hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e, akkasumas ulamaa’onni fi du’aatonni iddoo garagaraa irraa dhufan argamuun qooda fudhatuu odeeyfannoo ni addeessa.

7 Comments

  1. maashaa allaah waan gaariidha dhagaa bu’uuraa kaa’ames Kan geeffamu rabbiin haa taasisu jzk isiniif warra warra qophicha qopheesses hin lakkisinaa sunnaa nabii babal’isuu s a w❣

  2. مشﷲتبركﷲإنا لله وإنا إليه راجعون❤💚❤

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button