header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 15 kennuu beeksise

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itoophiyatti Ejensiin Fandii Deeggarsaa lammiilee sababa walitti bu’iinsaatiin qeyee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 15 kennuu beeksise.

 

Deeggarsi maallaqaa kun lammiilee 36,000 oliif nyaata madaalawaa fi ariifachiisaa, lammiilee 600,000f dhiyeessii bishaanii, namoota 71,200f deeggarsa meeshaalee fi akkasumas  lammiilee 175,000 ammoo deeggarsa fayyaatiif kan oolu tahuun beekameera.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button