header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dr Mararaa Guddinaa Hidhaarraa Hiikame

Dr Mararaa dabalatee namoonni 115 mana hidhaa Qiliinxootii gad dhifaman

Dr Mararaa Guddinaa dabalatee shakkamtoonni 115 himannaan isaan irratte dhiyaatee ture kanneeen addaan cite guyyaa har’aa mana hidhaa Qiliinxootii gad dhiifaman.

Shakkamtoota sadarkaa federaalaatti himannaan irratti banamee tureefi har’a gadi lakkifaman 115 keessaa, dhiira 110 fi Dubartoota 5 akka ta’an gabaasni arganne ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button