Bineensota Bosonaa
Kaappiibaaraa (Capybara)
Uumamni Kaappiibaaraa jedhamu kun sanyiiwwan hantuutaa keessatti kan ramadamu yoo tahu, sanyiiwwan kana keessaallee isa guddaa dha. Ulfaatinni isaa kiloograama 75 yoo ta’u, dheerinni qoffee isaa irraa haga eegee isaa jiru ammoo meetira 1.4 ta’a. Bineensi kun!-->…
Xiinxala
Sammuu ilma namaa
Qaamni ilma namaa diizaayina addaatiin uumame. teknoolojii hin dulloomne, kan yeroon irra hin tarre dizaayinii uumamaati. Qaamni ilma namaa akka meeshaa teknoolojiin hammayyaa oomishuutti fooyyeffamaa hin deemu; ilmi namaa gaafa dura biyyeerraa uumamus ilmuma namaati. Ammas ilmuma namaati. Akka meeshaa teknoolojii S1, S2, 3G, 4G maqaa jedhuun!-->…
Guutuu Dubbisi...
Deemsa Dachii
Wantoota Rabbiin uume kan ilmi namaa bira gahuu dandahe xiinxalliin laallee, dandeeytii Rabbii guddaa tafakurra. Kaayyoon barruu tanaa fi kanneen birootis, Muslimootaaf iimaana cimsuu hogguu tahu, warra Rabbitti hin amaninniif ammoo karaa!-->…
Warra Jireenya Rabbii Ragaan Mirkaneeffachuu Fedhuuf!
Jaarraa dheeraadhaaf ilmi namaa Gooftatti amanaa ture. Haalli itti gabbaran garaagarummaa haa qabaatu malee, namni hundi gooftaa gabbaru qaba. Ummanni Islaamummaa, Kiristaanummaa fi amantii Yahuudaa hin argin hedduun isaanii amantii!-->…
Amantii Dhugaa
Akkuma bifti namaa gaaraa garummaa qabu, haalaafi amalli namaatis wal dhaba. Amantiifi ideology namaatis adda adda. Namni hundi akka itti yaadu qaba. Wanti nama tokkoof tahu nama birootiif tahuu dhabuu mala. Waan tokko jaalatu kuun ni!-->…
Uumamaa fi Guddina Ulfaa
Qur’aanni Jecha Rabbii kan Inni Nabiyyii Isaa Muhammad ﷺ Irratti buuse. Rasuulli ﷺ Qur’aana kana qomaan haffazanii, sahaabota isaanii barreessisiisaa turan. Sahaabonnis eega barreessanii booda, waan barreessan deebisanii dubbisaniif. Waan…
Hawaa
Eenyutu Hawaa kana uume?
Uumamni dachii tana dabalatee hawaa guutuu keessa jiru dandeettii fi guddina Rabbii tokkichaa ragaa nuuf baha. Nutis kanuma bu’uura godhachuun barruulee amma dura isiniif dhiheessaa turre hedduu keessatti, namoota jireenya Rabbii irraa shakkii qabaniif, deebisaa quubsaa ragaan deeggarame akka tahuuf, worroota Rabbitti amananiif ammoo yaadachiisa!-->…
Guutuu Dubbisi...
Gaalaaksii
Rabbiin warra sammuu qabu ykn warra waa xiinxallu hoggaa jedhu warra akkam baana.
إِنَّ فِي خَلْقِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَاخْتِلَافِ اللَّيْلِ!-->!-->!-->…
Guutuu Dubbisi...
Meerkurii
Meerkuriin plaanetoota hanga amaatti beekaman keesaa xiqqoo yoo taatu, Adutti dhihaattee argamti. maqaan Meerkurii jedhu kun, maqaa sanamaa warri!-->…
Guutuu Dubbisi...
Veenas/Venus
Veenas Aduu irraa Meerikuritti aanuudhaan lammaffaa irratti argamti. Dachiin irra jirru tun ammoo Sadaffaa irratti argamti. Veenas Wantoota Hawaa kana keessa jiran keessaa ifa qabaachuudhaan Aduu fi Addeessatti aantee sadarkaa sadaffaa iratti argamti. Veenas Halkan Halkan Sirritti iftee mul’atti. Carraan yoo argame, Teeleeskooppiidhaan malee!-->…
Guutuu Dubbisi...
Maars
Pilaaneetoonni ilmi namaa hanga ammaatti argama isaanii qajeellotti beeke sagal yoo tahan, hundi isaaniituu kan jiraachuun isaanii saayinsii qabatamaan!-->…
Guutuu Dubbisi...
Addeessa
Uumaa Rabbii keennaa laakkofnee fixuu hin dandeennu. Rabbiin hawaa kana haala ajaa’ibaatiin uumee jira. Uumamni isaa hir’ina takkallee hin qabu. Hunduu!-->…
Guutuu Dubbisi...
Allaattiiwwan
Allaattii Paafiin (Puffin)
Paafiin sanyii xiqqoo seabird ykn simbira bishaanii keessatti ramadama. Simbira bishaanii jechuun maal jechuudha jettanii hin ajaa’ibinaa. Simbira bishaan jala lixee adamsuu danda’u jechuudha. Sanyiin simbira bishaanii heddutu jira. Barruu tanaan garuu, waahee sanyii Paafiin qofa waliin ilaalla in shaa ALLAH.
Paafiin simbira xiqqaadha.!-->…
Guutuu Dubbisi...
Umbrella Bird
Simbirri tun afaan Ingiliffaatiin Umbrellabird jedhamti. Umbrella jechuun afaan oromootiin dibaabee ykn amaariffaan "ጃንጥላ" jechuudha. Maqaa kanas kan argattee!-->…
Guutuu Dubbisi...
Urunguu
Uumamni har’aaf isinii filadhe sanyii Simbirrooti. Simbirroon tunis Urunguu jedhamti. Simbirroonni heddu Urunguu ni sodaatu. Kanaaf yeroo heddu namoonni mana!-->…
Guutuu Dubbisi...
Simbira halkanii
Qophii Abu Ibtisam
Simbirri halkanii qaama ajaa’ibaa qaba. Koolli isaa fiixee miila isaatirraa kaasee hanga ceekuutti argama. Simbirroonni hedduun isaanii!-->!-->!-->…
Guutuu Dubbisi...
Kiwwii
Qophii: Abu Ibtisam
Simbirri Kiwwii jedhamu kun gosa Simbiraa barriissuu hin dandeenye yookaan afaan Ingiliffaatiin Ratites jedhamu keessatti ramadama.!-->!-->!-->…
Guutuu Dubbisi...
Ilbiisota
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin guddaan nutti arjoome keessaa kanniisni isa tokko jechuu dandeenya. Kanniisni sanyiiwwan gurguddoo torba qaba. Gareen torban kunniin ammoo sanyii xixiqqaa 44tti!-->…
Guutuu Dubbisi...
Dragonfly
Uumamni Dragonfly jedhamu kun Afaan Amaaraatiin “Yewuhaa tarb” jedhama. Saayintistoonni uumama kana Ilbiisa !-->…
Mixii
Qophii: Abu Ibtisaam
Mixiin uumama akkaan xiqqaa keessaa isii takka. Akkasumas lafa lubbu qabeeyyiin!-->!-->…
Gosti Qaajjibbuu kanaa maqaalee heddu qaba. Isaan keessaa Qaajjibbuu Israa’el, Qaajjibbuu Omdurman, Qaajjibbuu gammoojjii maqaalee jedhaniinis ni beekama. Hammeenyaa fi balaa uumama garagaraa irraan gahuu danda’u irratti hundaa’aniiti deathstalker Scorpion jedhanii moggaasan. Namni qaajjibbuu kanaan…
Guutuu Dubbisi...
Daara baaftuu (Aaroo)
Uumamni kun Daarabaaftuu ykn Sarariitii jedhama. Nannoo tokko tokkotti Jirbi footuu, Aara’oo ykn Aaroos ni!-->…
Qurxummiilee
Doolfin
Qophii: Abu Ibtisam
Qaamni bishaanii dachii irratti argamu uumama hedduu of keessaa qaba. Uumamni kunniin ammoo amalaa fi haala garagraa qabu. Gariin isaanii ilma namaatiif akkaan hamaa yoo ta’an, gariin isaanii ammoo ilma nama irra kan miidhaa hin geessinetu jira. Gariin soorata ilmi namaa akkaan jaalatuuf yoo oolan, gariin ammoo hiriyyaa fi!-->!-->!-->…
Guutuu Dubbisi...
Oktopas/Octopus
Qophii: Abu Ibtisam
Oktopas uumama dachii tanarra jiran keessaa kan ajaa’ibaati. Maqaan oktopas jedhu!-->!-->!-->…
Waa’ee qaama keenyaa hagam takka beeyna?
Avreejiidhaan onneen teenya daqiiqaa tokko keessatti yeroo 80 dhahatti. Saa’aa tokko keessatti!-->!-->!-->…
Qurxummii Magaazii
Gosa qurxummii keessaa tokko maqaan isaa “SawFish” jedhama. Qajeelatti yoo gara afaan Oromootti hiiknu “Qurxummii!-->…
Shaarkii Mataa Madooshaa (Hammerhead Shark)
Qaamni bishaanii lafa kanarratti argamu bineensota gara garaatiif dahoo qubannaa tahee jira. Uumamaaleen bishaan!-->…