header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

106: Taraawiiha manatti salaatuu niin dandayaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: masijiida dhaquu hin danda’uu mana keessati salaata taraawiihaa salaatuu ni danda’aa?

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii salaatul jamaa’aa masjiida dhaquun dhalaa irratti hin jiru. Yoo isiin jaarsaan waliin ni dhaqa jette ammoo hin dhoorkan. Salaata fardiituu mana keessatti salaattaa maalif taraawii gaafatteree? Eega dubbiin akkana taate, manuma kee keessatti hanga dandeesse, raka’aa sadi dandeessu, shan dandeesu, torba dandeessu, sagal dandeessu, kudha tokko dandeessu Rabbi sirraa haa qeebaluu itti fufi.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 135

Kanas dubbisi!

107: Eegaan salaata fixeen najisa firratti argee maaliin godha?
95: Namni wudu’a shakke maal godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button