header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

128: Nama ijoollummaan waan haraam nyaate maaltu irra jira?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko isaa ijoollee yoo horii ofiin du’e nyaate maaltu isarra jira?

 

Deebisaa: Raqni/baktiin ati nyaatte bifa lamaatu jira. Tokko ka akkanumatti akkuma foon kaaniitti nyaatani. Ka biraa ka rakkatanii waan nyaatan dhabanii beelarraa nyaatani. Ka rakkinaaf nyaatan kana Rabbiin xiqqaafi guddaafis haalaal godhee jira. Lubbuu ufii baasuuf raqa/baktii nyaachuun halaali. Ati ammoo ijoollee ta’uu keetiif humaa takkallee sirratti hin jiru.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 157

Kanas dubbisi!

138: Waan harka bitaatiin dalagame nyaachuun ni tahaa?
108: Horii bakka qalma horiitti qalan foon isaa nyaachuun ni dandayamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button