header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

190: Kitaabaa Qur’aanaa waraqaan mammaranii nyaachuu hukmiin isaa akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Biyya keenyatti bakka kitaaba bananii kitaaba laalanitti qur’aana katabanii mammaranii nyaadhu namaan jedhan, quraana sani waraqataan wajjiin nyaachuun akkam hukmiin isaa?

 

 

Deebisaa: Shari’aan islaamaa kitaaba qur’aanaa nyaadhaa wanti siin jedhe hin jiru. Waan akka falfalaa katabanii namatti kennan nyaadhaa wanni shari’aan namaan jedhe hinjiru. Shari’aa Rabbii keessatti dawaan godhame ka mukarraa ta’e taanaan qur’ana qara’anii ufitti tufan taanaan, bishaan qaruuratti naqanii Faatihaa torba qara’anii itti tufanii ka bishaan san dhugan taanaan kun shari’aan hayyamee jira. Garuu qur’aana waraqaan mammaranii nyaadhu jechuu shari’aan hin hayyamuu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 103

Kanas dubbisi!

191: Qur’aana Afaan Arabaatiin ala afaan birootiin qara’uun akkami?
175: Namni jawwaala harkaa qabu ka qur’aana ittiin qara’utti jiruu yoo aadaan dubartii itti dhufe diliin isii maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button