header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

215: Heeydiin Nikaha hidhachuu ni dhoorkitii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Intalti dhalaa takka yeroo nikaha godhan yoo heeydii qabaatte heeydiin nikaha hidhamuu ni dhoorkaa?

 

 

Deebisaa:   Heeydiin hiikkas hin dhoorkitu, hiiikkaan ni argamti akkuma sani nikaha hidhachuulleen isii heeydii qabduu waa takkallee rakkoon hin jiru. Akkuma sani aruuza isillee galchuun hanga isiin xahaarattutti wajjumaan hin rafne malee aruuzallee isii galchuun waa takkallee rakkoon hin jiru.

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 111

Kanas dubbisi!

217: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti?
214: : Jaartiin tiyya takka mana keessa ufumaa baatee yoo dhabamte intala tanaaf ana badiin maaltu narra jira?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button