header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

299: Dalagaa yoo gamtaan dalagan faaydaa irraa argatan akkam godhan

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo warri tokko walii galanii faaydaa adda fudhanna jedhanii dalagaa banatan ka faaydaa san namni hundi walbira hin argatin malli isaa maalii?

 

 

 

Namni amaanaadhaan dalagaa walitti kennatee faaydaa guuranna jedhe, faaydaa isaa wal dhagayanii, sharxii walii galan san irratti jiraachuun dirqama isaaniiti. Namni tokko yoo sharxii irratti walii gale keessaa bahe, Rabbii guddaa biratti itti gaafatama. namni sharxii guutuu hin dandeenye duruma sharxii walii galuu dhiisuudha. Yoo itti walii galan ammoo waan itti walii galan san godhuun barbaachisaadha.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 55

Kanas dubbisi!

167: Haqa abbaa kiyyaatu dursa moo haqa jaarsa kiyyaattu dursa?
156: Waan namni gate yoo fuudhee nama biraatiif kenne maal qaba?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button