header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

463: abbaan manaa obboleettii tiyyaa na heerumsiisuu dandayaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Ani obboleetti qaba ta heerumte, yoo abbaan manaa ishiidhaa na heerumsiise dhoowwaan jirtii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Dura namni nama heerumsiisuu qabu, namni nikaha nama hidhuu qabu nama akkam? Nikaha namni nama  hidhuu qabu sheekha jechuu miti. Namni nikaha nama hidhuu danda’au yoo lakkoofne toora nama kudha tokkooti. Sanniin keessaa ka duraa abbaa keeti, ka itti aanu akaakoo kee kara Abbaa, yoo ilmoo ballage qabaatte bilma keeti, obboleessa kee, adeera kee, jarri ciccimaan jara kana jechu. Yoo jarreen kunniin nama obboleettii tee fuudhe wakkalatan ni danda’an. Isa qofaa mitii ka biraallee haa ta’uu namni abbaan kee wakkalate, jara kana cufa ka abbaan kee wakkalatetu si kennuu danda’a. yoo osoo abbaan kee takkaahuu namoonni jenne kun isa hin wakkalatiin namtichi obboleettii tee fuudhe nikaha si hidhe nikeenyi kee baaxili.

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 209

Kanas dubbisi!

466: Intalti akka dhiiraatti heerumaaf dhiira filachuu dandeessii?
368: Iintala takka namni isii nikaha godhuu dandahu nama meeqa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button