header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

615: Baasii tikeetaa kafiila irraa fudhachuun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Bakka dalagurraa ka’ee biyya dhaqee deebi’e. gaafa deebi’u ammoo waanin tikeetarratti baase naaf kenni jedhee kafiila kiyya gaafadhe. wanti kun haraami moo halaali?

 

 

Deebisaa: Kaafila bira hogguu hojjatan waan hunda irratti walii galteetu jira. Baasii Tikeetaa ilaalchisee, yoo walii galteen keessan deemsaa fi deebisaas kafiilatu sirraa kafala kan jedhu tahe. Haqa kee waan taheef gaafattee fudhachuu mirga guutuu qabda. Wanti sirratti haraamii yoo jiraate, mallaqa kafaltee olitti itti dabaltee hangana baasee naaf kafali jechuun haraama. Hanga baaste fudhachuun rakkoo hin qabu.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 241

Kanas dubbisi!

630: Mallaqa Biyya Alaatti Liqeeffadhe Yoo Biyyatti Gale Akkamitti Deebisa?
614: Nama beekkaan nama ajjeese hukmiin isaa maali ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button