header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

07: Sunnaa Wudu’aa eega bishaan wudu’aa namarraa gogee booda salaatuun danda’amaa?

  • Home
  • Salaata
  • 07: Sunnaa Wudu’aa eega bishaan wudu’aa namarraa gogee booda salaatuun danda’amaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Yoo wudu’adhee bakka hojjadhutti osoo sunnaah wudu’aa hin salaatin na yaamanii deemee saa’aa takka booda yoo dhufe bishaan sun narraa gogguudhaaf  sunnaan wudu’aa na dabarte jechuudhaa?

 

Deebisaa:  Yaa Gabrittii/Gabricha Rabbii, sunnaan wudu’aa Sunnaadha. sunnaa jechuun yoo dalagde waan ajrii irraa aragattu yoo dhiifte Rabbiin ka si hin gaafanne jechu. Tanaaf jecha sunnaa wudu’aa salaatuun jiidhaan wajjiin hidhannaan hin jirtu. Ammuma wudu’attee osoo huccuudhanillee ufirraa qoorsitee salaattee wama takkaa sirratti hin jiru.

Dr. Liwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 157

Kanas dubbisi!

10: Wayta Roobaa Salaata Walitti Qabanii Salaatuu
06: Sunnaa Rawaatibaa Eega eegalanii dhiisuun danda’amaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button