header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

39: Waaniin ahdii namaaf seene yoon nama san dhabe akkamiin godha?

  • Home
  • Sadaqaa
  • 39: Waaniin ahdii namaaf seene yoon nama san dhabe akkamiin godha?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Ganda keenya keessa ijoollee darasaa takkatu jira. Ijoollee saniin gaafan biyya Arabaa dhaqe birrii kuma lamaan isinii ergan je’een. Garuu ammoo jarri sun cuftinuu bikka san irraa yaa’anii jiru. Ummata kanaaf waan kana akkamitti erga?

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, nama khayrii jaalatu Rabbi si haa godhu. Garuu Muslimni hogguma hunda waan baallama godhe ni guuta. Ati wanni sirra jiru, jarri bakka fedhellee addaan faca’ee haa jiraatuu, biyyatti maallaqa nama tokko bira kaayii jarreen saniif yeroo agarte kenniif je’i. Takkaahuu ammoo yoo ka biyya dhaqxu taate, gaafuma dhaqxe san waan baallama gooteef guuti.

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 61

Kanas dubbisi!

67: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button