header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

122: Huccuun hoggaa umraa godhan uffachuun dhoorkaa maali?

Estimated reading time: < 1 min

 

Gaafii: Dhalaan hoggaa umraa gootu kophee tama agarte uffattee umraa gootii? Kophee cufaadhaa ufirraa dhiifti moo xawaafa hoggaa godhan kophee hin uffatan?

 

Deebisaa: Dubbiin obboleessi keenya je’u tun cuqqaallii qabdi. Silaa wanni namni umraa godhu uffatuun dhoorkaa maali jechuutu isarra ture. Tanaaf jecha dhalaan da’asa uffachuun, waan banaa uffachuun hajjiifi umraa keessattis dhoowwaadha. Harama hoggaa ol seenan, kabajuma haramaatiif yoo taate malee kophee uffachuun waa takkallee hin qabu. Sunilleen dhalaa irratti hin jiruu beekkadhu. Dhalaan hanga fuulaa qofa dhiiftee yeroo dhiirti itti dhufte fooxaa gubbaa irraa ufitti gad deebifti.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 176

Kanas dubbisi!

137: Ijoollee akka obboleeyyaniitti wajjiin guddannerraa ni hajjabannaa?
118: Dhalaa biyyaa baatee hojjattu sadaqaan irraa ni qeebalamtii?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button