header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

126: Salaata afur walitti qabuun ni tahaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Salaata afur guyyatti yoo walitti qaban akkami?

 

Deebisaa: Rakkoodhaaf yoo taate, salaata lama lamatti walitti qabuu dandeessa. Zuhriifi Asrii; Magriibaafi Ishaaii; Fajriin kopha. Salaata afur walitti qabuun ammoo kuni ma’siya. Namni waan akkanaa hojjate akka itti hin deebine tawbaa qulqulluutu isarra jira. Yoo Rakkinni akkas isa godhe jiraate, tawbatee salaata afran walitti qabe san, tartiibaan jalaa kaasee irra deebiee salaatuudhaan ufirraa fixuu qaba.

 

Dr. Liwaa’ul Islaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 131

Kanas dubbisi!

133: Salaata keessatti miila walitti maxxanfachuu dhabuun akkami?
113: Garaagaruummaan waajibaataafi arkaana salaataa maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button