header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

140: Sadaqaa abbaa kiyyaaf godhuun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo biyya kiyyatti galee qalee nyaachisee abbaa kiyyaaf sadaqaa niyyadhe sadaqaan sun ni taatii?

 

Deebisaa: Ilmoon abbaafi haadha ufiitiif qaltee nyaachisuu, qaltee sadaquu, Qur’aana bittee waqfii godhuu, masjiida maqaa isaaniitiin ijaaruu, eela maqaa isaaniitiin qotuun ni taha. Wanni ilmoon abbaa ufiitiif gootu akkuma nama hogguu isaan jiran horii harkatti kennuufiiti. Eega isaan du’aniillee godhuufii dandeetta. Hajjiillee yoo ufii keetii gootee jiraatte isaaniifillee godhuu ni dandeessa. Qaltee nyaachisuullee ni dandeessa. Maqaa isaaniitiin niyyattee godhuufii waa takka wanni si dhoorke hin jiru.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 179

Kanas dubbisi!

146: Intala guddisan nikaaha godhuun dandayamaa?
137: Ijoollee akka obboleeyyaniitti wajjiin guddannerraa ni hajjabannaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button