header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

160: Azaana kam keessatti assalaatu khayrun minannawmi je’an?

  • Home
  • Salaata
  • 160: Azaana kam keessatti assalaatu khayrun minannawmi je’an?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Biyya azaanni fajrii lamaa keessatti azaana kam keessatti assalaatu khayrun minannawmi jedhan?

 

Deebisaa: Azaana lachuu keessattuu jechuun humaa hin qabu. Akka namni beekutti garuu azaana duraa keeysatti assalaatu khayrun minannawmi hin jedhan. Sababni isaatiis namatu fajriin bahe jedhee soommana fa’a nyaata dhaaba. Tanaaf jecha ka duraa akka namni beekuuf jecha assalaatu khayrun minannawmi dhiisutu gaari warri jedhus ni jira. Walumaa galatti azaana lama wanni godhameefuu salaanni fajrii as garagalee ka nyaata fedhus ka dhiqata fedhus akka kurfaawuufi. Tanaaf jecha asliin azaana assalaatu khayrun minannawmi kanuma duraa keessaa ka boodaattillee humaa hin qabu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 219

Kanas dubbisi!

162: Dhalaan akka dhiiraa rifeensa haquu ni dandeessii?
159: Khuxbaarratti aamiin jechuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button