header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

163: Hoggaa Soomana furan du’aa’iin godhan ni jirtii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Hoggaa furan duaaiin jedhan ni jirtii?

 

Deebisaa: Nama biratti furtuus, ofiifillee hoggaa furtuus wanni je’amu ni jirtii. garuu waan je’an san yoo dhiisanii furanis huma takkallee hir’inni soommana keetitti hin dhaqqabu. Fakkeenyaaf hoggaa dura furtu wanni ittiin furtu asheeta timiraati. Yoo asheeta timiraa hin qabaanne timiruma bilchaate. Yoo san hin qabaanne aannani. Yoo san hin qabaanne bishaani. Akka Nabiin keenya ? nuu ibsetti wanni jettu zahabazzama’u wabtallatil uruuqu wasabatal ajru. Hoggaa nama biratti furtu afxara indakum saa’imun yoo jettees ni dandeessa. Duaaiin bakka furiinsaatti jedhan hedduudhaatu jira. Wanni itti uf rakkiftulleen hin jirtu. Yoo jettees sunnaa Nabii keenyaati ?. Dadhabdus bismillaahi jedhiituma furi.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 5
Views: 441

Kanas dubbisi!

168: Rahiima waldhabaniin osoo hin araaramin Ji’a Ramadaanaa soomuun akkami?
147: Sha’baana guyyaa 15ffaa khayriitu argama jedhanii akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button