header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

166: Namni fatwaa dhagaye tokko irraa ka’uun nama biraatii fatwaa godhuu danda’aa?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 166: Namni fatwaa dhagaye tokko irraa ka’uun nama biraatii fatwaa godhuu danda’aa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Waan fatwaa irraa dhaggeeffannu kana, faayidaa fatwaa irraa fudhannu kana dabarsinee nama biraatii fatwaa godhuu ni dandeenyaa?

 

 

Deebisaa: Ni dandeessa yoo seera isaa guutuu dandeesse. Qaayidaa dubbiin nama tokkorraa dhufee nama lamatti dabree, nama saditti dabruun dubbiin dabalamaa deema yookaa irraa hir’ataa deema. Yoo amaanaa san guuttee akka sheekhin dubbatee amaanaa diinii tana Rabbirraa dabarsetti yoo ka guuttee dabarsuu dandeettu taate dabarsi. Yoo hin dandeenne taate bakkuma fatwaan sii deebite kanattii nama sanillee deebisi achirra jirtii fatwaan akkanaa achirraa fuddhu jedhiinii, yoo waraabbatee jiraatte sagalema nama sanii dabarsiif akka amaanaan biro sirratti hin kufne sirratti hin banne.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 90

Kanas dubbisi!

182: Waqtiin salaata ishaa’ii eessarra jalqabee eessatti dhumata?
165: Namni manaa bahu du’aa’ii fulaa kamitti kadhata?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button