header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

178: Obboleessa nama irraa du’e sadaqaan ni baafamaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Obboleeyyan kiyya heddutu du’anii sadaqaa maal irraa baasuu qaba?

 

 

 

Deebisaa: Sadaqaa takkallee wanni sirraa fedhan takkallee hin jirtu. Yoo ilmaan xixiqqoon du’an abbootiin haqiiqaa baasuu qabdi ilmaan xixiqqoo saniif. Abbaa irraa fedhama malee sirraa wanni fedhamu tokkollee hin jiru.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 74

Kanas dubbisi!

185: Hukmiin maallaqa/horii dubartii maatii irraa fagaattee dalagattuu maali?
140: Sadaqaa abbaa kiyyaaf godhuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button