header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

218: Salaata yeroo xumurru akkamitti salaamatna?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii:  Namni tokko hoggaa salaata fixatu imaama boodaan hoggaa jiru gariin namaa imaamaan wajji salaammataa akkaataan itti salaammatan akkam?

 

 

Deebisaa:   Namni imaamatti hidhatee jiru akkuma nabiin keenya ? nu ajajetti jala deemuu qaba jechu. Hoggaa imaamni Allah Akbar jedhe Allaah Akbar jenna isa boodaan, hoggaa inni ruku’a godhe isa boodaan rukuu’a goona akkasitti jala deemna. Akkuma sani yeroo inni salaammatus haga mirga salaammatee bitaa salaammatuutti cal jennee taa’uu qabna. Namni tokko tokko yeroo imaamni salaammatu warri dafee dura salaammatu kun wasanaa bahuudha akkanaa miti imaamatti hin hidhanne jechu inni. Kanaafuu yoo salaata kiyya Rabbiin narraa haa qeebaluu ka barbaaddu taate, adabni imaama jala deemuu wanni ati dalagdu cuftinuu imaama boodaan ta’uudha.

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 63

Kanas dubbisi!

219: Bishaan dhaliinsa dura dubartii irraa bahuu Salaataa fi Soomana ni dhoorkaa?
217: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button