header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

251: Namni tokko manaamaan dubartii waliin rafee ganama bishaan dhabe akkam ta’a?

  • Home
  • Dubartii
  • 251: Namni tokko manaamaan dubartii waliin rafee ganama bishaan dhabe akkam ta’a?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo namni tokko manaama keessa waan dubartii waliin rafe itti fakkaatee ganama yoo bishaan dhabe akkam ta’a?

 

 

Deebisaa: Wamaa isarra hin jiru. Dhiqannaanillee janaabanillee isarra hin jiru. Maaliif jennaa akkuma manaama keessa waan dubartii wajjiin rafe itti fakkaate sani hubate malee bishaan irraa bahe hin argine. Duuba dhiqannaan silaa inni ganama ka’ee dhiqatu argaa inni manaamaan inni dubarte arge san qofa osoo hin ta’in bishaan ganama inni ufirratti arge seniin dhiqannaa sabachiifachuu qaba.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 558

Kanas dubbisi!

253: Anaa sabiyyii nama an hin beeyneef nikaha na godhe
248: Dubartiin rifeensa tokkofachuun ni hayyamamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button