header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

310: Qabeenya namaa akkam godhan

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Nama tokkotu na zallamee jennaan anilleen isa zallamee garuu xiqqoo bira dabarsee. Fakkeenyaaf horii isaa fudhadhee horiin isaa natti dabre. Inni na zallamee horii kiyya fudhatee, anillee horii irraa cabsadhee horiin isaa natti dabartee jennaan eegasii sheenawee. Duuba namni tokko yoo waan akkasii godhe kafaluufii nama san waan walitti dhufnu hin sehuu biyyallee hin jiruu akkamitti deebisaaf?

 

 

 

 

Deebisaa: Horii namni tokko namarraa fuudhee bakka kaayu dhabe, aanaa isaatiif haa kennuu, yoo aanaa isaa hin beeyne yoo biyya inni

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 37

Kanas dubbisi!

317: Namni wal dhabee wal buruqse akkam godha
300: Horii bade nama biratti yoo argan, akkam godhan
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button