header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

300: Horii bade nama biratti yoo argan, akkam godhan

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo namni tokko horii namatti kenne, namni sun yoo horiin harkatti bade horii ufii yoo biratti argate namni kun akkamii?

 

 

 

Deebisaa: Namni horii isaa ka bade nama biratti argate, abbaa horii santu haqa itti qabaa, horii isaa fudhachuu qaba. Horii isaa eega ta’uu beeke horii isaa namarraa deebifachuu ni danda’aa.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 135

Kanas dubbisi!

310: Qabeenya namaa akkam godhan
298: Qabeenyi mootummaa yoo nama harkatti bade akkami
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button