header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

312: Du’aa’ii booda harkaan qaama haxaawatuun akkam

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko yoo du’aa’ii kadhatu harka ol fuudhee du’aa’ii kadhatee yoo fixatullee ufitti tuttufee mataa haga miilaa haxaawataa akkam wanni sun?

 

 

 

Deebisaa: Shari’aa keessa hin jirtu. Rabbii ufii yeroo maraahuu Harka olfuudhanii kadhachuun ni jirti. Garuu itti tuttufanii fuulaaf qaamaan haxaawachuun, yoo du’aa’ii aayata godhataa jiraatte malee. Du’aa’ii aayata qur’aana qaraatee harka kankeetitti tuttuftee qaama kankee bakka dhaqqabduun yoo goote humaa hin qabu. Garuu du’aa’iin salaata boodaa ka Rasuulli ? kadhadhaa nuun jedhe sun akkasumatti yeroo hundaa itti tuttufanii mataaf miila haxaawachuun hin sabanne.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 132

Kanas dubbisi!

317: Namni wal dhabee wal buruqse akkam godha
308: Namni Zinaan dhalate, dilaawaadhaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button