header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

308: Namni Zinaan dhalate, dilaawaadhaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Gurbaan zinaan dhalate yoo nama gaarii ta’ellee maasiyaafi diliin abbootiin isaa dalagan sun isa ni dhaqqabdii?

 

 

 

 

Deebisaa:  Rabbiin guddaan Hin dhaqabduu jedha. Dilii nama tokkoo, tokko wanni baachifnuuf hin jiruu jedha Rabbiin guddaan. Yoo abbaan kuun sababaa itti ta’e malee. Diliin gurbaa zinaan dhalatee dilii haadhaatiif dilii abbaati malee gurbaan waan inni keessaa qabu hin jiru. Yoo inni tolee, ibaadaa ufii qajeelfatee, gama Rabbii deebi’e inni keeyrii ufii Rabbii ufii biraa waan argatu ni qaba.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 144

Kanas dubbisi!

329: Bultiin wallaalummaan karaa haraamaatiin ijaaramte akkami?
304: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button