header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

327: Nama du’erraa umraa godhuun taatii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Nama du’erraa yoo umraa godhe akkamii?

 

 

 

Deebisaa: Nama du’erraa yoo umraa gootee ni ta’a humaa rakkoo hin qabu. Garuu dura ufii umraa godhuu, ammas yoo nama du’erraa hajjii goote dura ufii hajjii godhuu. Eega ufii godhatanii booda nama du’erraa godhutu bareedaadha.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 66

Kanas dubbisi!

336: Intala zinaan dhalattee, eenyutu nikaya godha?
325: Obboleessi waliin dalagu zakaa baasuu didee, akkam godha?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button