header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

351: Haasofni dheeraan ajnabii jidduu akkam?

Estimated reading time: < 1 min

 

Gaaffii: dhiiraa fi dhalaan kuni akkuma beekkamuttuu namni odoo wol hin fuune haasawa dheeraa wol jiddutti oofa akkanumatti haasawa yeroo wolitti guban tokko karaa moobaayiliin tahuu karuma taheenuu haa tahuu haasoyni akkanaa kun hukmii shari’aa keeysatti maali?

 

 

 

 

Deebisaa: namni tokko nama akkamtu wojiin haasayuun naaf halaalii beekuu qaba intalti dhalaatiis ilmi dhiiraatiis. Yoo jarri kun ilmii rabbi wol gaafachuuf, waan dhibe nama gaafachuudhaaf akkuma san rakkoo jidduu isaanii jirtu rahima ta’anii waan akkanaa akkas na goote akkasitti na miite jedhanii jidduu isaaniitti nagaya uumuudhaaf yoo haasawan homaa hin qabu . ammoo haasawa sheeyxaanaa wolitti kijibuuf baatii lamaa sadi afur akkuma san amata fa’a wohuma jaalala kijibaa ka wol hin fuune akkanumatti yeroo wolitti gubuudhaaf fedhinnaa wolitti kaasuuf  haasowni haasawamu haraam calla .

 

Dr. Lliwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 210

Kanas dubbisi!

352: Dhiiraaf dhalaan rakkoof jecha mana wolitti kireeffatuun akkam?
350: Dhalaan dhiiraa wojji rizqii barbaacha biyyaa baate akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button