header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

350: Dhalaan dhiiraa wojji rizqii barbaacha biyyaa baate akkam?

  • Home
  • Bultii
  • 350: Dhalaan dhiiraa wojji rizqii barbaacha biyyaa baate akkam?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: intalti dhalaa takka  rakkinaaf jecha biyyarraa baatee yoo dhiiraa wojjiin rizqii barbaadataaf baate akkam?

 

 

 

 

 

Deebisaa : naggadaas haa tahu barnootaafis haa tahu rahima ifii ziyaaruufis haa tahu intalti dhalaa takka nama ifii fuudhuun irratti haraami. Abbaas haa tahu Adeera , Akaakuu obboleeyyan , dhiira haboo taatuuf, adaadaa taatuuf kanniiniin wojjiin yoo deemte karaa homa takkallee hin qabu . ammoo ajnabii wojiin deemuun irratti haraami.

 

Dr. Lliwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 135

Kanas dubbisi!

351: Haasofni dheeraan ajnabii jidduu akkam?
329: Bultiin wallaalummaan karaa haraamaatiin ijaaramte akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button