header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

354: Akka shari’aa islaamaatti qaadhimaan maali?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: namni tokko intala takka jaalatee eega wolqaadhimanii boodatti intala tana ganda dhaquu bakka wol arganitti bakka biraatti tahuu yoo dhungate akkam?

 

 

 

 

 

Deebisaa: dura qaadhima jechuun kun akkamii namni kun haa beeku. Irra hudduun namaa intala takka wojjiin haasaweetuma ati qaadhimaa tiyyaa anilleen qaadhimaa keeti woliin afaan isaan jedhan suni qaadhimaa miti. Qaadhima jechuun gurbaan intala worra isaanii dhaqee gaafatee intala tana sii kennine jechuun suni qaadhima jechuun. Kan ammoo jarri lamaan ifii ani si malee hin heerumu ani si malee hin fuudhu wolii haa kakannu jedhan suni, kakuun sunilleen baaxili, akkuma san dhungoolleen baaxili isa irratti haraami. odoo worra isaanii irraayillee kadhatee waanin nikaha hin jirreen isarratti dhungachuun haraami.

 

Dr . Liwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 678

Kanas dubbisi!

358: Suuraa wolii erganii wol laallachuun akkami?
353: Dhiirri intala fuudhuuf ta’u woliin hariiroo akkam qabaata?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button