header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

355: Uffannaan dubartii akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: dhalaan takka takka lubbuu tiyyaafin gammada jettee huccuu rabbiin hin jaalannee fi akkuma san shittoo ajaa’ibaa godhattee waan barbaachisu cufaan if bareechitee ta deemtu hukmii shari’aatti maali?

 

 

 

 

Deebisaa: ta duraati ati namni si fuudhu namuma tokko akka dhiiraatti dhiirti afur sin fuutu namni ati tolfattuuf suni abbaa mana keetii hulaa olitti mana keessatti waan feete godhachuu dandeessa. Ammoo ala baatee deemuun nabiin ? akki jedhan “ayyumamra’atin kharajat min beeytihaa muta’axxirah” intalti takka ta mana isii irraa gadbaatee tottolfattee urgeeffattee deemtu laal hoggaa karaa kana deemtu maal jechu , ani jaartii nama cufaati ani ta nama cufaati jechu hogguma deemtuu tanaaf jecha dhalaan akkasitti tolfattee karaa deemuun isii irratti haraam calla .

 

Dr. Luwaa’ul Islaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 145

Kanas dubbisi!

356: Dhiirri intala takka kophaa dubbisuun akkam?
354: Akka shari’aa islaamaatti qaadhimaan maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button