header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

359: zinaan gosa heddu qabdii?

Estimated reading time: 1 min

Gaaffii: zinaan gosa heddu qabdii?

 

 

 

 

Deebisaa: zinaan gosa heddu dhugaakkuma nabii ? keenya ibse zinaan ijaa takka ,zinaa harkaa lama, zinaa afuufa keessa funyaanii sadi , zinaa miilaa afur, zinaa harkaan wol qabatan kunniin cuftinuu zina jedhama . Ammoo jarreen kana irratti akka zinaan saalli lamaan woltuquutii miti. Zinaa odoohin niyyanne ijji dhalaa irra buutu homaa hin qabdu. Ammoo ija itti dhaabdee intala takka ifdura keessee woliin teessee eeguun, akkuma san harka fuutee harka mimicciiruun akkuma san haasawa jaalalaa woliin haasawuun , akkuma san deemte bakka dhalaan jirtu miilaan barbaaddee dhaquun , jarri kun cuftinuu zina. Garuu yoo wol ilaallachuuf intala san bakka isiin jirtu ka dhayxu taate homaa hinqabu . Tanaaf jecha namni wonni akkanaa isa irraa argamtu waan kana irraa akka fagaatu. Ammoo zinaan saalli lamaan woltuquudhaa sun ” min akbaril kabaa’ir” shirkii boodaan ta itti aantu dilii guddoodha jechu .

 

Dr Luwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 453

Kanas dubbisi!

361: Sagaggaalummaan hukmii shari’aatti akkami?
340: Diliin intala gara biyya araba erguu, eenyurra jira?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button