header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

340: Diliin intala gara biyya araba erguu, eenyurra jira?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Intalli tokko eega biyya Arabaa deemtee yoo achitti namni kadhatee fuudhe diliin lafa arabaatti dalagde sun abbaa dura ergate irra jirti moo gurbaa amma isii kadhatee eegasii isii fuudhe irra jirtii.

 

 

 

Deebisaa: Haga isiin heerumtutti diliin sun abbaa irratti deebiti. Eega nikahan namichaa irra bu’ee ammoo galchuu danda’a, dhaqee fudhachuu danda’a, yeroo sani irraa qabee akka isiin bakka haraamaatiif ganda haraamaa keessa hin naannofne namticha isii fuudhetu irraa itti gaafatamaa.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 336

Kanas dubbisi!

359: zinaan gosa heddu qabdii?
329: Bultiin wallaalummaan karaa haraamaatiin ijaaramte akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button